Seeraan alaan otoo godaananii namoonni 74 to'ataman.
⏩ Karaa seeraan alaatiin biyyaa otoo bahanii namoonni 74 to'annoo jala ooluu waajjirri nageenyaaf tika ummataa aanaa Baatee beeksise. Ebla 03, bara 2014 #Baatee በህገወጥ መንገድ ከሀገር በመውጣት ላይ የነበሩ 74 ሰዎች በቁጥጥር ስር መዋላቸውን የባቲ ወረዳ ሰላምና ህዝብ ደህንነት ጽ/ቤት አስታወቀ፡፡ እለተ ቅዳሜ በቀን 01/08/2014 ጧት 11:00 ሰዓት ገደማ በህገወጥ መንገድ ሀገር ጥለው ሲኮበልሉ 20 ሴቶችና 54 ወንዶች በድምሩ 74 ሰዎች FSR በተሰኘ መኪና ሰጓዙ በመከላከያ ሰራዊታችን ቁጥጥር ስር መዋል ተችሏል፡፡ Gaafa guyyaa Sanbataa 01/08/2014 obboroo sa'aa 11:00tti konkolaataa FSR jeshamuun otoo biyyaa bahanii dhiira 54fi dhalaa 20 walumaagalatti namoonni 74 Raayyaa Ittisa Biyyaatiin to'annoo jala oolchuun dandahameera.